Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni godina Shawaa Kibbaa Lixaa fi magaalaa Walisoo hiriira deeggarsa MM Dooktar Ahimadiif ba’aan

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Shawaa Kibbaa Lixaa fi magaalaa Walisoo hiriira deeggarsa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Ahimadiif ba’aaniiru.
Jiraattonni hiriiricharratti hirmaatan hooggansi Dooktar Abiy Ahimad injifannoon inni garee Juuntaarratti argatee kan dinqisiifatan ta’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.