Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni Godina Hadiyyaa hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Jiraattonni Godina Hadiyyaa jijjiirrama hunda galeessaa waggoota 3 keessaatti hoggansaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin dhuufeen hiriira deeggarsa bahaniiru.
Hiriira deeggarsa kanarratti jiraattonni godinicharraa walitti babba’aan hirmaataa jiru.
Hiriirichaanis dhaadannoowwan garagaraa dhageessisaa jiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.