Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni godina Buunnoo Beddellee hiriira deeggarsaa ba’aan

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Buunnoo Beddellee deeggarsaa Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimadiif qaban hiriira ba’uun ibsaniiru.
Jiraattonni kunneen injifannoo Raayyaan Ittisa Biyyaa garee juunta irratti gonfates gammachuu itti dhaga’ame ibsachaa jiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.