Fana: At a Speed of Life!

Ji’oota 4n darban damee Albuudaan galiin Doolaara Ameerikaa miiliyoona 200 fi miiliyoona 69.1 argamuusaa himame

Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Ji’oota 4n darban damee Albuudaan galiin Doolaara Ameerikaa miiliyoona 200 fi miiliyoona 69.1 argamuusaa himame.
Ji’oota 4n darban damee Albuudaan Warqeen kg 3602.8 gabaaf dhiyaaterraa Doolaara Ameerikaa 265.8 argamuusaa, Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa himaniiru.
Injiinar Taakkalaan Albuuda miidhaginaa irraa ammoo Doolaara Ameerikaa Miiliyoona 3.215 argameera jedhan.
Ministeerri Albuudaa raawwii fi karoora damee Albuudaarratti Hoggantoota Biirolee sekterichaa waliin mari’ateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.