Jilli Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Goondar gale
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Jilli Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Goondar galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Atse Teewoodiroos ga’u hoggantoonni olaanoon mootummaa naannichaa fi bulchiinsa magaalichaa simannaa taasisaniifiiru.
Jilichi turtiisaan magaalichatti iddoowwan rakkoo nageenyaatiin miidhaman kan daawwatu ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.