Fana: At a Speed of Life!

Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin misoome daawwate

Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin misoome daawwateera.

Jilichi Aanaa Booraa ganda Maallimaa Boritti lafa heektaara 610 jallisitiin misooma jiru daawwateera.

Godina Shawaa Bahaatti lafni heektaara kuma 24 qamadii jallisiitiin misoomaa akka jiru itti gaafatamaan waajjiira qonnaa godinichaa obbo Masfiin Tashoomaa himaniiru.

Daagmaawii Deeksisaa fi Habtaamuu Taklesilaaseetu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.