Fana: At a Speed of Life!

Jilli Preezdaant Saahilawarq Zawdeen durfamu  Jigjigaa gale

Finfinnee, Amajjii 30, 2014  (FBC)-Jilli Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.

Jilichaan preezdaantitti dabalatee itti aantuu daayreektara Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammadii fi hoggantoonni mootummaa biroon haamatamaniiru.

Jilichaaf preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Mustafee Mahaammadii fi hoggantoonni olaanoo biroon simannaa taasisaniifiru.

Jilichi turti isaan hoggantoota olaanoo naannichaa waliin ni mari’ataan eegama.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.