Fana: At a Speed of Life!

Jilli Preezdaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Hararii gale

Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu Harariin galeera.

Jilichi buufata xiyyaaraa Dirree Dawaa wayita ga’u Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordii Badiriinii fi itti aantuun preezdaantii naannichaa aadde Missiir Abdallaa dabalatee hoggantoonni olaanoo naannichaa akkasumas Kantiibaan magaalaa Dirree Dawaa obbo Ahimad Mahaammad Buuh simannaa taasisaniifiru.

Jillichi turtii isaatiin hospiitaala feestuullaa naannoo Harariitti argamuu, muuziyeemii Shariifii fi kolleejjii ogummaa Inaay Abiidaa, gidduugala dandamannaa kan ebbisisaan yoo ta’u, giddugala namusaa ijaarramuuf dhagaan bu’uuraa akka ka’aan ragaan waajjira bulchiinsa naannoo Harariirra ragamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.