Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidanti Shimallisiin durfamu giddugala agarsiisa Itiyoo teeleekoom daawwate

Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni olaanoon naannichaa giddugala agarsiisaa tiyoo Teeleekoom Yaadannoo Injifannoo Adwaatti argamu daawwataniiru.
Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo Teelekoom Firehiiwoot Taammiruun, hojiilee dhaabbatichaan hanga ammaatti hojjete daawwachiisuun, ibsa bal’aas taasisaniiru.
Raahmaa Ahimaditu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.