Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Durfamu Magaalaa Walisootti hojiilee Misooma Daawwate

Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Walisootti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwateera.

Jillichi Pirojeektii Buufata konkolaataa Ammayyaa Magaalaa Walisootti hojjetamaa jiru daawwateera.

Daawwannicharratti Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa dabalatee Ministirri Ministeera Qonna Dooktar Girmaa Amantee,Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofee fi qondaaltoonni olaanoo Mootummaa fedeeraalaa fi naannoo biroon argamuu ragaan Kominikeeshinii magaalicharraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.