Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Gidaamitti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Qellem Wallaggaa magaalaa Gidaamiitti hojiilee misoomaa garagaraa daawwateera.

Jilichi buufata biqiltuu bunaa daawwachuun biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabuu OBN gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.