Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Baddeessaatti giddugala gurgurtaa gabaa oomisha Jimaa daawwate

Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Lixaa magaalaa Baddeessaatti giddugala gurgurtaa gabaa oomisha Jimaa Baddeessaa daawwateera.

Giddugalli gabaa jimaa kun ijaarsi isaa xumuramuun tajaajila kennuu eegaluun isaa gaaffii uummataa yeroo dheeraa ture kan deebise ta’uu ragaan Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.