Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu kilaastara misooma Boloqqee daawwate

Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu kilaastara misooma Boloqqee daawwateera.

Jilli Pireezdaanti Shimallis Abdiisaan durfamu kun Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaashamannee Ganda Caffaa Guutuutti oomisha Boloqqee kilaastaraan misoomaa jiru daawwateera.

Boloqqeen sanyii filatamaa al-ergeef baay’ee murteessaa ta’eefi biyyoota heddu keessatti barbaadamu bifa inisheetiviitin qabamee qonnaan bulaa kilaastarasn irratti ijaaramun misoomsaa jira.

Godinichatti oomishni boloqqee lafa hektaara kuma 180 irratti misoomaa jiru callaan kuntaalli miiliyoonni 3.6 ol ni argamaan kan eegamu ta’uu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.