Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Lixaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwate

Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaalee Godina Shawaa Lixaa garaagaraatti argamuun hojiilee misoomaa daawwateera.

Jillichi kilaastera muduraa fi fuduraa akkasumas misoomaa Loon Aannanii Magaalaa Baakkoo daawwateera.

Haaluma walfakkaatuun Aanaa Tokkee Kutaayee Magaalaa Gudarittis Kilaastara horsiisa Lukkuu daawwachuun OBN gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.