Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Yaa’abalootti Tursiisaa fi fooyyeessa loon Boorana daawwate

Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Yaa’abalootti Tursiisa, Gabbisaa fi fooyyeessa loon Boorana daawwateera.

Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee fi hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannoo Oromiyaa biroon Tursiisa, Gabbisaa fi fooyyeessa loon Boorana kana daawwataniiru.

Maraa’ool Kadirii fi Milkeessaa Sobbooqaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.