Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Sadan Caanqaatti kilaastera Boqolloo daawwate

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadan Caanqaatti kilaastera Boqolloo daawwateera.

qonna gannaatiin lafa hektaara miiliyoona 10.8 misoomsuuf karoorfamee lafti hektaarri miiliyoona 9.5 qophaa’uun, hektaarri miiliyoonni 4.5 sanyiin uwwifamu Pireezidaanti Shimallis ibsaniiru.

Godina Qellem Wallaggaattis hojiin misooma boqolloo bal’inaan gaggeeffamaa jiraachuu daawwannaa taasisaniin ibsuu ragaan Biiroo Qonna Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.