Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pir. Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojilee misoomaa daawwateera.

Jilichi waayita magaalaa Diggaa ga’u hawaasa magalichaan simmannaan taasifameefira.

Dassaalanyi Abarraatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.