Fana: At a Speed of Life!

Jilli Paarlaamaa Gamtaa Awrooppaa, Gamtaa Afrikaa daawwachuufi

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Jilli Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa Kamisa dhufu Gamtaa Afrikaatti daawwannaa ni taasisa jedhame.

Daawwannaa isaanitiin hoggantoota Gamtaa Afrikaa waliin marii kan taasisan ta’uun ibsameera.

Torbee itti aanu ammoo tarsiimoon hariiroo Gamtaa Awrooppaa fi Gamtaa Afrikaa haaraan qophaa’e ni ifooma jedhame.

Tarsiimoon haaraan kun hariiroo diinagdee fi walitti hidhamiinsa Gamtaa Awrooppaa fi Afrikaa cimsuuf kaayyeffamee kan qophaa’edha jedhameera.

Maddi:- eyuobzrvr

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.