Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Umar Huseeniin durfamu Godina shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti kunuunsa biqiltuu taasisan

Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC )-Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseen fi hogganaa Biiroo   Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti kunuunsa biqiltuu taasisuu ibsame.

Jilichi Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Humar Huseeniifi Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu dabalatee hoggantoota olaanoo federaalaafi naannichaa kan of keessatti hammate ta’uu eerameera.

Biqiltuuwwan Ashaaraa magaariisaan waggoottan 4ffaan darban dhaabaman biiliyoona 25 keessaa Oromiyaatti biqiltuuwwan biiliyoonni 13.6 dhaabamuun kunuunfamaa jiraachuu ibsamuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.