Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Taaggasee Caafoon durfamu marii uummataa gaggeeffamurratti hirmaachuuf Jigjigaa gale

Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon durfamu marii Uummataa magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf Jigjigaa galeera.

Jilichi wayita Buufata xiyyaaraa Gaaraad Wiilwaal ga’u Preezdaantii naannichaa obbo Musxafee Mahaammadii fi hoggantootta naannichaa biroon simatamuu ragaan Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.