Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu aanaalee Iluufi Bachootti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalee Iluufi Bachootti hojiilee misoomaa garaagaraa hojjetamaa jiran daawwateera.

Jilli kun godinichatti hojiiwwan inisheetiivii misooma aannanii, horsiisa Lukkuu, xaa’oo uumamaa, Kompoostii Raammoo fi Inisheetiiviiwwan kanneen biroo daawwachuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.