Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Namarraa Buliin durfamu godina Jimmaa aanaa Dedootti waajjira gurmaa’insa gandaa eebbise

Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Jilli itti gaafatamaa Damee Siyaasaafi Ijaarsa Dandeettii Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo Namarraa Buliin durfamu Godina Jimmaa aanaa Dedootti waajjira gurmaa’insa gandaa eebbisiiseera.

Jilli kun waajjira gurmaa’insa Ganda Maxxoossoo hirmaannaa ummataan ijaarame eebbisuun hojii eegalchiisaniiru.

Bulchaa godina Jimmaa obbo Tijjaanii Naasir dabalatee hoggantoonni naannoofi godinichaa biroon saganticharratti argamaniiru.

Na’imaa Kaliifaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.