Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Musxafeen durfamu lammiilee qa’ee fi Qabeenya isaanirraa buqqa’uun Ganda Kurfaasaawaa qubatanii jiran daawwate

Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) – Jilli hoggantootaa Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu lammiilee qa’ee fi Qabeenya isaanirraa buqqa’uun Ganda Kurfaasaawaa qubatanii jiran daawwateera.

Mootummaan Lammiilee kanneeniif fedhii bu’uuraa barbachisu hatattamaan guutuuf kan hojjetu ta’uu ibsaniiru.

Lammiileen kunneen bara bulchiinsa ABUT sababa walitti bu’iinsaan naannoo Oromiyaa aanaa mi’eessoo buqqa’uun gandicha qubatan ta’uu ragaan Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni muul’isa .

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.