Jilli Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Magaalaa Booramaa gale
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Somaalilaand magaalaa Booramaa galuu ibsame.
Jilichi wayita Booramaa ga’u, Ittaanaan Preezdaantii Somaaliilaand Abduraahim Abduulaahii Ismaa’eliin simatamuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.