Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Geetuun durfamu facaasaa kilaastera Qamadii eegalchiise

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu, Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aatti facaasaa kilaastara Qamadii eegalchiiseera.

Oromiyaatti Qonna Gannaan lafa heektaara miiliyoona 8 fi kuma 200 misoomsuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti lafti heektaarri miiliyoona 7fi kuma 200 qotamee facaasaaf qophaa’uu, Obbo Geetuu Gammachuu himaniiru.

Lafti heektaarri miiliyoonni 2 fi kumni200 Qamadii kilaasteraan misoomsuuf facaasaan eegalamuu himuu ragaan Waajjira Komunikeeshinii Godina Shawaa Bahaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.