Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti hojiilee Ashaaraa magariisaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti hojiilee misooma Ashaaraa Magariisaa daawwateera.
Jilichi Bufataalee Biqiltuufi Inisheetiviiwwan qonnaa garaagaraa daawwateera jiru.
Hirphoo Shibootu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.