Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sassabbii Misooma Ruuzii Godina Jimmaa jalqabsiise

Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sassabbii Misooma Ruuzii Godina Jimmaa jalqabsiiseera.

Godina Jimmaatti bara kana Ruuzii lafa hektaara kuma 235 olirratti misoome sassaabbiin eegalameera.

Sassaabbiin kunis bakka itti gaafatama waajjira paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa, sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti qindeessaan kilaastera Magaalota Oromiyaa Obbo Masfiin Malaakuu akkasumas Hoggantoonni mootummaa Federaalaa, Naannoofi Godinaa argamanitti Aanaa Shabee Sombootti mekaanaayizeeshiniidhaan eegalamuu ragaan BQO irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.