Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu godina Jimmaatti misooma Muuzii sanyii filatamaa daawwate

Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Misooma Muuzii sanyii filatamaa Godina Jimmaa daawwateera.

Muuzii sanyii filataamaa Godina Jimmaatti qonnaan bultoonni misoomsuun gabaa alaatti akka ergamuuf al-ergitoota waliin walharkaa fuudhaa jiran daawwachuun jajjabeessuu ragaan BQO irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.