Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu Aanaa Malkaa Bal’ootti misooma Qamadii fi Ruuzii daawwate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal’ootti misooma Qamadii fi Ruuzii daawwateera.
Qamadii fi Ruuzii Horsiisee/qonnaan bultootaan misoomaa jiru daawwachuun jajjabeessuu ragaan BQO irra argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.