Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Eebbaa Garbaan durfamu Mana Barumsaa Bultii Addaa Magaalaa Najjoo daawwate

Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Inistiityuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa obbo Eebbaa Garbaan durfamu Mana Barumsaa Bultii Addaa Magaalaa Najjoo daawwateera.
Daawwannicha irratti Itti gaafatamaa Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Godina Wallagga Lixaa obbo Gammachiis Dabalaa dabalatee qaamoleen adda addaa argamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Najjoorraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.