Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Dammaqaan durfamu fooramii Godaantootaa idil addunyaarratti hirmaachaa jira

Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Fooramiin Godaantoota Idil Addunyaa 2ffaan Siwiizarlaand Jeeneevaatti gaggeeffama jira.

Jili Ittaanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin durfamuu fooramicharratti hirmaachaa jira.

Jilli kun bara Faranjoota 2019 irraa eegalee hojiilee dhimmoota Godaantootarratti hojjetamaa jiru ilaalchisee ibsa taasiseera.

Rakkoowwaan waggoottan arfan dhufan Godaantootarrati mul’chuu danda’aan furuuf karoora haaraa kan ifoomse ta’uu ragaan Tajaajila Godaantootaafi Godaansaa Deebitootarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.