Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu preezdaantii Ruwaandaa waliin mari’ate

Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Jilli Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu Preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’ateera.

Jilichi haala waqtaawaa biyyatti ilaalchisuun Preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaameef ibsa laateera.

Preezdaanti Pool Kaagaameen gama isaaniin Ityoophiyaatti ariitiin nageenyii fi tasgabbiin akka uwwifamu hawwii isaanii ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.