Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Aanaa Wanciitti oomisha qonna gannaa duulaan walitti qabe

Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wanciitti oomisha qonna gannaa duulaan walitti qabeera.

Oromiyaatti Oomishni sassaabiif ga’e xiyyeeffannoon sassaabamaa jiraachuu Obbo Bariisoo Fayyisaan ibsaniiru.

Jilli hojjettoota mootummaafi qaamolee hawaasa garaa garaa of keessatti hammate Aanaa Wanciitti oomisha qonna gannaa duulaan sassaabuu ragaan BQO irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.