Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Awwaluun durfamu sagantaa Baazarii fi Igzibishiinii magaalaa Adaamaa daawwate

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu sagantaa Baazarii fi Igzibishiinii magaalaa Adamaa daawwateera.

Mootummaa naannoo Oromiyaa hawaasa naannichaa dinaagdeen jijjiruuf hojiiwwaan adda addaa hojjechaa jiraachuu ibsaniru.

Naannichaatti Oomishaa fi omishtummaa dabaluu fi oomishaaleen gatii madaallaawaan hawaasaaf akka dhiyaatan hojjetamaa jiraachuu Obbo Awwaluun ibsaniiru.

Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun daldaltoonni meeshaaleerraatti daballii gatii seeran alaa taasiisanirratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu eeraniiru.

Barattoota maatii harka qalleeyyii meeshaalee nyaata fi barnootaa gumaachaniiru.

Jillichi magaalaa Asallaattis gabaa Dilbataa kan daawwatu ta’uu eerameera.

Midhaksa Qachaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.