Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa’a Saqqaa daawwate

Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa’a Saqqaa daawwateera.

Daawwannicharratti daayrektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Federaalaa Injiinar Habtaamuu Tagany, Ministirri Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caalii, Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasirii fi kantiibaa magaalaa Jimmaa Obbo Najiib Abbaa Raayyaa dabalatee qondaaltonni mootummaa federaalaa fi qaamoleen garaagaraa hirmaachuu ragaan Kominikeeshinii magaalaa Jimmaarra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.