Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu ijaarsa hospitaala waliigala Maqii Dugdaa daawwate

Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastera hawaasummaa Oromiyaa obbo Addisuu Araggaan durfamuu godina Shawaa Bahaatti hospitaala waliigala Maqii Dugdaa daawwateera.

Hospaatilichi waggota torbaaf kan harkifate yoo ta’u. yeroo amma ijaarsisa eegaleera.

Ijaarsi hospitaalichaa amma eegalee baatiwwan 3 keessatti ni xummurama jedhameera.

Jilii kun godinichatti dargaggoota gurmaa’anii hojii misooma qamadii jalliisiin misoomsaa jiranii daawwateera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.