Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu Tigraayitti Warshaalee walitti bu’iinsa tureen miidhaman daawwate

Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu Naannoo Tigraayitti Warshaalee sababa walitti bu’iinsa tureen miidhaman daawwateera.

Daawwannaa kanarrattis Pireezidaantonni naannolee, kantiibaawwan magaalaa Finfinneefi Dirre Dhawaa fi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo argamuu ibsameera.

Jilichi Warshaalee Marbilii fi gogaa sababa waraanaan miidhaan irra gahe daawwateera.

Haala miidhichaa ilaalichisee jila kanaaf ibsi taasiifamuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.