Jilli obbo Abdurahmaan Abdallaatiin durfamu aanaa Gommaatti hojii qulqullina bunaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaastera Baadiyyaa obbo Abdurahmaan Abdallaatiin durfamu aanaa Gommaatti hojii qulqullina bunaa daawwateera.
Jilichi Aanaa Gommaatti hojii qulqullina bunaa irratti waldaa hojii gamtaa Hundaa Oliitiin raawwatamaa jiru daawwaachuu ragaan waajjira kominikeeshinii godina Jimmaarra ragmee ni muul’dhisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna