Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu hojilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) –Jilli sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Godina Harargee Bahaatti hojilee misoomaa dargaggootaan hojjetamaa jiran daawwateera.

Jilichi Aanaalee godinichaa Qarsaa, Meettaa fi Dadaritti hojiilee misooma garagaraa daawwateera.

Kilaasterri misooma Avokaadoo, horsiisa lukkuu, misooma dammaa, furdisa beelladaafi horsiis loon aannanii daawwachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.