Fana: At a Speed of Life!

Jilli Muummee Ministiraa Somaaliyaan durfamu Jigjigaa gale

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa gale.

Jilichi wayita Jigjigaa gahu Pireezidaantii naannichaa obbo Musxafee Mahaammadiifi hoggantoota olaanoo naannichaa biroon simatamuu ragaan kominikeeshii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.