Fana: At a Speed of Life!

Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo midhaan hoomaa Awwaanisaan miidhame daawwate

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo midhaan hoomaa Awwaanisaan miidhame daawwate.
 
Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo midhaan hoomaa Awwaanisaan miidhame daawwateera.
 
Daawwanichaan Itti Aaanaa Muummee ministiraa Dammaqaa Mokonniin dabalatee hoggantoonni hojii olaanoo mootummaa naannichaa argamniiru.
 
Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabbootti hoomaa Awwaanisaan midhaan heektar kuma sagal barbaadeessuun qonnaan bulaa rakkoof saaxileera.
 
Homaa Awwaanisaa ittisuuf wayitaa ammaa biiffaan keemikaalaa raawwatamaa jiraachuu Tajaajjilli oduu Ityoophiyaa gabaaseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.