Jilli mootummaa Naayjeeriyaan Paarkota Indaastirii daawwataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Muuxannoo wal jijjiiruuf jilli mootummaa Naayjeeriyaa Ityoophiyaa gale Paarkota indaastirii daawwataa jira.
Jilli Ministirri Ministeera Qonnaa Naayijeeriyaa Muhaammad Mahaammad Abubakaar bulchitoota bulchiinsa 7 dabalatee miseesonta 30 of keessaatti haammateera.
Jilichi paarkii qinda’aa agroo indaastirii Bulbulaa kan daawwate yoo ta’u, paarkii agroo indaastirii Yirgaaleeminiis akka daawwatu ragaan Ministeera Indaastiriirra argame ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.