Fana: At a Speed of Life!

Jilli MM Abiy Ahmadiin durfamu ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaal daawwate

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahmadiin durfamu naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Insaaroo Lammiitti  ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaal daawwateera.

Ijaarsi warshichaa yeroo qabameef keessatti qulqullinnaan xummuramuu akka qabu Muummeen Ministiraa Abiy hubachiisaniiru.

Dhaabbanni Chaayinaa warshicha ijaaraa jiru ijaarsa isaa yeroon xumuruuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.

Warshichi wayita xumuramu guyyaatti simintoo toonii kuma 10 kan Oomishu ta’uu eerameera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.