Fana: At a Speed of Life!

Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e HGHI daawwate

Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa daawwate.

Jilichi hayyoota qorannoo dhaabbilee qabeenya bishaanii, hoggantoota olaanoo duraanii mootummaa  biyyoota yaa’ichaa fi ogeeyyii miidiyaa kan of keessatti haammate ta’uu eerameera.

Miseensonni kunneen yaa’ii Abbaay guyyaa tokkoon dura magaalaa Finfinneetti gaggeeffamerratti warreen hirmaatan ta’uu ibsameera.

Hoggantoota olaanoo Ministeera Bishaaniifi Albuudaa dabalatee hayyoonni Ityoophiyaa daawwannicharratti hirmaachuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.