Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa naannoo Amaaraa daawwate

Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa naannoo Amaaraa daawwate.

Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa naannoo Amaaraa fi giddugala laboraatoorii qorannoo vaayraasii koroonaa magaalaa Baahirdaaritti dawwataniiru.

Waayita daawwanichaa Preezdaanti Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xurunee Dabalatee Daayrektari olaanaa Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa Dooktar Eebbaa Abaataa fi Deettaa Ministiraa Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa dawwana kana irratti argamaniiru.

Yuunivarsiti Gondaritti Hospitaalaa Ispeeshaalaayizidii waliigalaa iddoo itti qorannoon vaayraasii koroonaa itti gaggeeffamu fi iddoo itti wal’aanamtoonni dandamatan Inistitiiyuuti fayyaa hawaasa Bahirdaar dawwataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.