Jilli ministirootaa fi hoggantoota biyyoota Afrika misooma qamadii daawwate
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)-Jilli Ministirootaa fi hoggantoota Biyyootaa Afrikaa misooma qamadii Bonaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aa daawwateera.
Pireezidaantiin Mootummaaa Naanno Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Jila Ministirootaa fi Hoggantoota biyyoota Taanzaaniyaa, Zambiyaa, Koodvarii fi Nijeerirraa dhufan kanneen hojiilee misooma qamadii bonaa daawwachiisaniiru.
Hojiiwwan inisheetiivii qonnaatiin hojjetamaa jiranii fi bu’aalee argamanirratti ibsi kennamuu ragaan Biiroo Qonna Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.