Fana: At a Speed of Life!

Jilli ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan duurfamu daawwannaaf Faransaay jira

Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaatin duurfamu daawwannaaf Faransaay jira.

Daawwannaa kanaan itti gaafatamtoota Waajjira Preezdaantii Faransaay, Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa, ministir deettaa Ministeera Dhimma Alaa fi Itaamaajoorii biyyattii waliin dhimmoota waloo irratti ni mari’atu jedhameera.

Kaayyoon daawwannaa kanaa leenjii damee humna qilleensaa fi galaanaa irratti kennamuu fi dhiyeessii meeshaalee waraanaa ilaalchisee hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf akka ta’e Faransaayitti Imbaasii Ityoophiyaarraa odeeffannoon argame ni mul’isa

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.