Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogasiin durfamu Paarkii indaastirii Dirree Dawaa daawwate

Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogasiin durfamu Paarkii indaastirii Dirree Dawaa daawwate.

Daawwanicharratti Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogas dabalatee Kantiibaan magaalaa Dirree Dawaa obbo Kadir Juhaar, Ittaanaan hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa fi hogganaa damee gurmaa’ina obbo Saadaat Nashaa fi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroon argamaniiru.

Paarkichi waggoota 2 dura baasii Doolaara Miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50 ijaaramee Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin eebbifamee gara hojiitti galuun ni yaadatama.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.