Fana: At a Speed of Life!

Jilli Meejar Jeneraal Tasfaayee Ayyaalewun durfamu Kibbaa Lixa Somaaliyaa Baayidawaa gale

Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Jilli Itti gaafatamaa bobbii Raayyaa Ittisaa fi qindeessaa yeroo Komaand Poostii nageenyaa Meejar Jeneraal Tasfaayee Ayyaalewun durfamu Kibbaa Lixa Somaaliyaa Baayidawaa galeera.
Jilichi wayita Baayidawaa ga’u hoggantoota Raayyaa Ittisaa olaanoon simannaan taasiifameefira jedhame.
Turtii isaaniin Buclhiinsa Kibba Lixa Somaaliyaa fi qaamolee nageenyaa waliin dhimma naannawichaa fi haala nageenyaa, akkasumas duula qindoomaa Alshabaab barbadeessuuf taasiifamurratti kan mari’atan ta’uu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.