Fana: At a Speed of Life!

Jilli Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa dhimma hojiif gara Saa’ud Arabiyaa imale

Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa Sheek Ibraahiim Tufaan durfamu dhimma hojiif gara Saa’ud Arabiyaa imaleera.

Jilli miseensota 9 of keessatti hammate kun dhimmoota hojiilee misoomaa fi haala imala Hajjii fooyyeessuun danda’amurratti hoggantoota Saa’uud Arabiyaa waliin ni mari’atuun eegama.

Jilichi oolmaa isaa har’aan Ministeera Dhimmoota Islaamummaa Saa’uud Arabiyaatti argamuun dhimmoota biyyaalessaa garaagaraarratti waloon hojjechuuf waliigaleera jedhame.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.